Fana: At a Speed of Life!

Manni Marichaa raawwii hojii baatii sagalii gamaaggamuu eegale

Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii raawwii hojii baatii sagalii gamaaggamuu eegaleera.
Gamaaggamichi bakka hoggantoonni olaanoon Mana marichaa argamanitti gaggeeffamaa jira jedhame.
Gamaaggamichaan kallattiin hojii waliigalaa ni kaa’ama jedhamee kan eeggamu ta’uu ragaan Mana Marichaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.