Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Raayyaa Ittisaa lammiilee Axaayyee fi Naannawaa isheerraa buqqa’aniif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa lammiilee Axaayyee fi Naannawaa isheerraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasiise.
Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Qana’aa Yaadataan deeggarsichi itti aanaa Preezdaantii naannoo Amaaraa Dooktar Faantaa Maandafiroof laataniiru.
Maallaqa deeggarsa taasiifame keessa miiliyoonni 1 jiraattoota naannoo Axaayyeef, miiliyoonni 1 ammoo jiraattoota naannoo Kamiseef ta’uu ibsameera.
Habtaamuu Taklasillaaseetu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.