Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Ministira Alaa Biraaziil waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Alaa Biraaziil Maawuroo Viiyeeraa waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota hariiroo biyoota lameenuu cimsaanii fi dhimmoota hunda galeessa biroorratti kan mari’atan ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.