Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan naannoo Oromiyaa, duub-deebii kenname akka galteetti fudhatee hojiitti kan hiiku ta’a – Pir. Shimallis Abdiisaa

Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Gareen Suupparvizhinii Federaalaa,Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Dooktar.Abrahaam Balaayin duurfamu suupparvizhinii Naannichatti taasiisaa turee duub deebii kenneera.

Mootummaan naannoo Oromiyaa duub-deebii kenname akka galteetti fudhatee hojiitti kan hiiku ta’uu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan eeraniiru.

Pireezidaanti Shimallis aree suupparvizhinii kana galateeffataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.