Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan naannoo Tigraay sirreeffamtoonni 2,332 dhiifamaan akka gadhiifaman murteesse

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Tigraay sirreeffamtoonni 2,332 dhiifamaan akka gadhiifaman murteesse.

Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Mootummaa Naannoo Tigraay akka beeksisetti sirreeffamtoonni gadhiifaman hundeeffama waggaa 45ffaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraay(ABUT) waggaa 45ffaa sababeeffachuudhani.

Yoonaataan Gizaachawtu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.