Fana: At a Speed of Life!

Murtoo Ummataa Amajjii 29, 2015 naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf galmeen eegalame

Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Murtoo Ummataa Amajjii 29, 2015 naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf galmeen eegalamuu Boordiin Filannoo Biyyaaleessa beeksise.

Boordichi Godinaaleen 6 fi aanaaleen addaa 5 naannoo Kibbaatti argaman Amajjii 29, 2015 murtoo Ummataa kan gaggeessan ta’uu beksiisuun kan yaadatamuudha.

Haaluma kanaan iddoolee kanneenitti guyyaa har’aa galmeen eegalamuu ragaan Boordii Filannoo Biyyaalessaa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.