Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Tigraay deebisanii ijaaruuf hirmaannaan dhalattootta naannichaa murteessaadha- Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Tigraayiin deebisanii ijaaruuf hirmaannaan dhalattootta naannichaa fi qaamolee adda addaa murteessadha jedhaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad Fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, dhalattoota naannoo Tigraay magaalaa Finfinnee jiraatan, dhaabbilee daldalaa, abbootii qabeenyaa fi hayyoota waliin haala waqtaawaa fi naannoo Tigraayirratti mari’achuu himaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.