Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Sidaamaa RIBf deeggarsa BirriI miiliyoona 26 taasise

Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Mootummaan Naannoo Sidaamaafi uummanni naannichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 26tti shallagamu taasise.

Naannichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa maallaqaafi akaakuu Birrii miiliyoona 26tti shallagamu taasisuu Paartii Badhaadhinaa naannichaatti hogganaan damee gurmaa’iinsaa Obbo Ashaanafii Eliyaas ibsuu TOI gabaaseera.

Ministir Deetaan Ministeeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Aadde Maartaa Luwiijiin deeggarsa taasifameef galateeffataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.