Fana: At a Speed of Life!

Namni dhuunfaan Doolaara Ameerikaa kuma 30 ol seeraan ala daddabarsaa ture to’atame

Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Namni dhuunfaan Doolaara Ameerikaa kuma 30 ol seeraan ala daddabarsaa ture to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise.
Shakkamaan kun kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 7 iddoo 22 jedhamee waamamuutti to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu himeera.
Namni dhuunfaan kun Doolaara Ameerikaa kuma 30 fi 204 qabatee Baabuuraan wayita imalaa jiru Poolisootaan to’atamuu komishinichi ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.