Fana: At a Speed of Life!

NASAn heliikooptarii gara Maarsiti erge

Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Injiinaroonni Dhaabbata Qorannoo Hawaa Ameerikaa NASAn yeroo jalqabaaf Heliikooptarii gara Maarsiti erguu beeksiisan.
Helikooptarri Maarsitti naannoftu kun hammaan xiqqaa yoo taatu, Injii Niwuutii jedhamnti.
Qixa Maarsiirraa ol ka’iinsa meetira 3 irratti balaliitii jedhame.
Heliikooptarri kun gaarreewwan xixiqqaa fi iddoolee bu’aa ba’ii Maarsii hanga ammaatti qorattoonni bira hin qaqqabnirratti qorannoo ni gaggeessiti jedhame.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.