Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ahimad Shidee fi Ministirri Qonnaa obbo Umar Huseen, Alook Shaarmaa waliin dhimma misooma magaarisaa irratti marii’atan

Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Obbo Ahimad Shidee fi Ministirri Qonnaa obbo Umar Huseen, Alook Shaarmaa waliin dhimma misooma magaarisaa irratti marii’atan.
Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee fi Ministirri Qonnaa obbo Umar Huseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanittii Preezdaantii koonfiraansii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa 26ffaa Alook Shaarmaa waliin dhimma misooma magaarisaa irratti marii’ataniiru.
Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee fi Ministirri Qonnaa obbo Umar Huseen turtii Alook Shaarmaa waliin taasisaniin jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf hojii misooma magaarisaa dhimmoota deebisaanii dhaabuu danda’aniirratti marii’ataniiru.
Yaa’iin jijjiirama qabeenya qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 26ffaa xumura bara Faranjootaa 2021 Skootilaanditti akka gaggeeffamu ibsameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.