Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqa Makonni Sargee Laavroov waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Itti aanaan Ministira muummee fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov waliin mar’atan.
Dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuu fi kan biroo irratti marii’achu isaani Obbo Dammaqan toora feesbuukii isaani irratti barreessaniru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.