Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafeen DhMG jila qindeessitoota deeggarsa namoomaa Afrikaa Bahaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti jila qindeessitoota deeggarsa namoomaa Afrikaa Bahaa Daani’eel Indiriisiin durdamu waliin mari’ataniiru.
Hongee naannichaa muudate ilaalchisee mari’achuu isaanii himameera.
Lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa namoomaa ariifachiisaa dhiyeessuun barbachisaa ta’uu fi deeggarsa taasiifamu cimsanii itti fufuuf waliigaluu isaanii Preezdaant Musxafeen fuula Tiwiitarii isaaniin barreessaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.