Fana: At a Speed of Life!

Obbo Tamasgeen Xiruunah ambaasaaddaroota Fiinlaandii fi Faransaay waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunah ambaasaaddaroota Fiinlaandii fi Faransaay waliin mari’atan.

Preezdaantichi Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Freedariik Boonteems waliin suphaa manneen amantii Lsalibalaa fi dhimmoota tuuriizimiirratti mari’ataniiru.

Dabalataan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Fiinlaand Hilliinaa Eraaksiinan waliin misooma damee qonnaa, barnootaa fi bishaan dhugiitiirratti mari’ataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.