Fana: At a Speed of Life!

Ogeeyyiin Yaala Fayyaa Poolaandi tajaajila yaala bilisaa kennaa jiru

Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Ogeeyyiin Yaala Fayyaa Poolaandi Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Xiqur Anbassaatti tajaajila yaalaa bilisaan kennaa jiru.

Ogeeyyiin yaala Fayyaa yaala Gadameessaa fi Ulfaa, Yuurooloojii, yaala baqaqsanii yaaluu Niiwuuroo fi kan biroo jila kana keessatti hammatamuu eerameera.

Tajaajila yaala bilisaa kanaan hanga ammaatti namoonni 12 yaala baqaqsanii yaaluu argachuu ragaan Hospitaalicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.