Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoonni 25 walitti qabame

Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa baatiwaan jahaan darbn galii Birrii biliyoona 25 walitti qabuu beeksiise.
Gamaaggama seektarichaa kan ji’a jahaa gaggeeffameen bara baajataa 2014tti Birrii biliyoona 50.3 gali idileefi mana qopheessaatii fi maddeen galii biroorraa walitti qabuuf karoorfamee baatiwwan jahaa darbanitti Birrii biliyoona 25 walitti qabamuu hoggantuun biiricha Aadde Maskaram Dababaa ibsaniiru.
Galiin argame kan bara darbee yeroo walfakkatuu yoo madaalamu Birrii biliyoona 9’n, caalmaa qabaachuu kaasaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.