Fana: At a Speed of Life!

Pilaaneetiin hamma lafaa ga’u Sibiilarraa uumame argame

Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Pilaaneetiin hamma lafaa ga’u Sibiila cimaarraa uumame Urjii dhiyeenya isaa jiru naannawaa jiru argamuu dhaga’ame.

Giliisee 367 B kan jedhamu Pilaaneetiin Sibiilarraa uumuun adda taasiisu kun Urjii naannawuuf sa’aatii 7.7 qofa itti fudhata jedhameera.

Lafaa caalaa daraan yabbuu ta’uu fi guutumaan guutuutti Sibiilarraa uumamuu isaa gabaafameera.

Pilaaneetiin kun bara 2021 argamuu qorattoonni ibsanis haala safartuu isaarratti qulqulleessi qorannoo haaraa taasifamaa turuu eerameera.

Qorannoon Pilaaneetoota Sibiilaarraa uumamanirratti taasiifamu cimee itti fufuu Saayinsi Alaarti gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.