Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin duraanii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Injinar Gizaw Taklamaariyaam boqotan

Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Injinar Gizaw Taklamaariyaam addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.
Injinar Gizaw Taklamaariyaam bara 1988 – 1996tti Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaan ta’uun tajaajiluu ragaan federeeshinicharra argame ni mul’isa.
Injinar Gizaw Taklamaariyaam miseensa Koree Faayinaansii Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa, Pireezidaantii Koree Olompikii Itiyoophiyaa fi Kilaba Kubbaa Miilaa Simmintoo Mogar, akkasuma dhaabbilee garaagaraa itti gaafatamummaan hogganuu isaanii ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.