Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq du’aan boqochuu Ilma mootii Filiip ilaalchisee giiftii Ingiliz Eelsaabeetiif xaalayaa gaddaa barreessan

Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen du’aan boqochuu Ilma mootii Filiip ilaalchisee giiftii Ingiliz Eelsaabeetiif xaalayaa gaddaa barreessan

Giiftii Eelsaabeet, ummata Biriitaaniyaa hundaa fi mootummaa biyyattiif du’aan boqochuun Ilma mootii Filiipiin ummataa fi mootummaa Ityoophiyaatti gaddi guddaan dhaga’amuu xaalayaa barreessaniin ibsuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantii FDRI irraa argame ni muul’isa.

Ilmi mootii Filiip,abbaan warraa Giiftii Eelsaabeet waggaa 99ffaa isaaniitti guyyaa Jimaata darbe addunyaa kanarraa du’aan boqochuun isaanii kan yaadatamuudha.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.