Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Kaamaalaa Hariisiif ergaa gammachuu dabarsan

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen seenaa Ameerikaatti dubartii hidda dhiigaa Afrikaa – Eeshyaa itti aantuu preezdaantii Ameerikaa taate Kaamaalaa Hariisiif ergaa gammachuu dabarsan.

Preezdaant Saahilawarq Kaamaalaa Hariis Ameerikaatti ta’ee Ameerikaan ala dubartoota hedduuf hamilee akka ta’an hin shakku jedhan.

Kaamaalaa Hariis dubartootaaf dargaggeeyyiif balbala bananiiru jedhan Preezdaant Saahilawarq Fuula Tiwiitarii isaaniin.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.