Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdee paarkii Tokkummaa daawwatan

Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee paarkii Tokkummaa daawwataniiru.
 
Preezdaant Saahilawarq wayita paarkicha daawwatan bakkeewwaan seenaa, aadaa fi uumama Ityoophiyaan qabdu addunyaatti beeksisuun damichaan fayyadamoo ta’uu akka qabamu ibsaniiru.
 
Paarkiin Tokkummaa qabeenya biyyatti beeksisuurra darbee ga’ee guddaa akka qabu ibsaniiru.
 
Masaraa mootummaa keessatti kan ijaarame paarkii Tokkummaa ummanni akka daawwataniif waamicha dhiyeessaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.