Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Sahilawarq ergaa baga geessanii ayyaana Iid Al Faxirii dabarsan

Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hawaasa Musiliimaa fi ummata Ityoophiyaa maraaf ergaa baga Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa geessanii dabarsaniiru.
Hawaasni Musiliimaa Ayyaanichi wayita kabaju waan qaban walii qooduun, lammiilee sababoota garaagaraan rakkoof saaxilaman deeggaruu fi tokkummaan kabajuu akka qabu gaafataniiru.
Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan ayyaana nagaa, jaalalaa, gammachuu, tokkummaa fi fayyaa akka ta’u ergaa Fuula Tiwiitarii isaanirratti barreessaniin ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.