Fana: At a Speed of Life!

Raabsi oomisha Simmintoo fooyya’aa dhufeera – Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee

Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) – Raabsi oomisha Simmintoo fooyya’aa dhufuu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Dhiyeessiin oomisha Simmintoo Fooyya’aa dhuufuu Hogganaan Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee obbo Abduulfattaa Yesuuf daawwannaa har’a kutaalee magaalichaa keessatti taasiisaniin mirkaneessuu ibsaniiru.
Dhaabbilee daldalaa karaa seeraan alaa socho’aa jiranirratti tarkaanfiin fudhatamu kan itti fufu ta’uu dubbachuu isaanii ragaan Biiroo Daldalaa magaalaa Magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.