Fana: At a Speed of Life!

Sirna gabaa Albuudaa Ityoophiyaa ammayyeessuuf sanadni walii galtee mallattaa’e

Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti sirna gabaa Albuudaa ammayyeessuuf kan dandeessisu Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa fi Oomishni Gabaa Ityoophiyaa sanada walii galtee mallatteesaniiru.
Waliigalticha Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalee Uumaa fi Daayreektarri olaanaan Gabaa Oomish Ityoophiyaa obbo Wandimaaganyahu Nagaraa mallatteessaniiru.
Waliigaltichi sirna gabaa Albuudaa biyyattii ammayyeessuun qooda fudhattoota fayyadamoo kan taasiisu ta’uu Injiinar Taakkaleen fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.