Fana: At a Speed of Life!

Sososchiin ‘’Ityoophiyaan Haa oomishtuu’’ Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Waltajjiin Sososchii’’ Ityoophiyaan Haa oomishtuu’’gaggeeffamaa jira.

Waltajjichaarratti Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal, Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee fi qondaaltonni mootummaa fedeeralaa fi magaalichaa argamaniiru.

Sososchirratti Oomishtooni Oomishaalee isaanii agarsiisaaf dhiyeessaa jiraachuu ragaan Biiroo Hojii, Intarpiraayizii fi Misooma Indaastirii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Sosochichi guyyaa tokkof kan turuu ta’uu eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.