Fana: At a Speed of Life!

Taaworiiwwan to’annoo tiraafika qilleensaa Birrii miiliyoona 45 oliin ijaaraman 2 eebbifaman

Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Siiviil Ayiveeshinii Ityoophiyaa Taaworiiwwan to’annoo tiraafika qilleensaa Birrii miiliyoona 45 oliin ijaaraman eebbisiiseera.

Taaworiiwwan naannoo Amaaraa magaalaa Kombolchaa fi naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti argaman eebbifamuu ibsameera.

Taaworiin kunneen nageenya qilleensaa biyyatti amansiisaa taasiisuun geejjiba qilleensarraa caalmaatti babal’isuuf qooda olaanaa qaba jedhame.

Sosochii diinagdee biyyattiif faayidaa guddaa qabaachuus himameera.

Isheetuu Waldamikaa’eelii fi Taammiraat Bishawutu gabaase.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.