Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand har’a gaggeeffameen Arsenaal, Cheelsii fi Maanchiisteer Yuunaayiitid yoo injifatan Siitiin moo’ame

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) –Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand torbee 10ffaa har’a waaree booda gaggeeffameen Arsenaal, Cheelsii fi Maanchiisteer Yuunaayiitid morkattoota isaanii yoo injifatan Maanchiisteer Siitiin dirree isaarratti moo’ameera.

Haaluma kanaan:-

Leesiister Siitii 0 – 2 Arsenaal

Liiver Puul 2- 2 Braayitoon

Barnileey 3 – 1 Breentifoord

Maanchiisteer Siitii 0 – 2 Kiristaal Paalaas

Niwuukaastiil Yuunaayiitiid 0 – 3 Cheelsii

Waatfoord 0 – 1 Saawuuz hampiton

Tootanihaam 0 – 3 Maanchiisteer Yuunaayiitid

Maddi:- BBC Sport

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.