Fana: At a Speed of Life!

Turkitti filannoon Pireezidaantummaa fi Paarlaamaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Turkitti Filannoon pireezidaantummaa fi paarlaamaa gaggeeffamaa jira.

Lammiileen miiliyoonni 64.1 ol sagalee laachuuf galmaa’uu isaanii eerameera.

Namoonni 1.76 ol biyya alaa sagalee kan laatan yoo ta’uu, namoota miiliyoonni 4.9 ammoo yeroo jalqabaaf sagalee laatu jedhame.

Kamaal Kilidaarogluufi Sinaan Ogan morkattoota cimoo Pireezidaantii biyyatti irra deebiin filatamuuf dorgoman Reesiip Xaayib Erdohaan ta’u jedhamee eegama.

Filannoo kana irratti paartileen siyaasaa 30 olii fi kaadhimamtoonni paarlaamaa 150 ol kan dorgoman ta’uu Tajajilli Oduu biyyattii Anaadooluun gabaaseera

Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.