Fana: At a Speed of Life!

Ummanni Tigraay garee Finxaaleyyii ABUT waliin akka hin taane gochaan mirkaneesse- Dooktar Abiy

Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Ummanni Tigraay garee Finxaaleyyii ABUT waliin akka hin taane gochaan mirkaneessuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Raayyaan ittisaa naannoo Tigraay iddoolee injifannoon ga’e hundatti ummanni Tigraay jaalala biyyaa fi raayyaa ittisa biyyaaf qabu muul’isuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.