Fana: At a Speed of Life!

Walga’iin ambaasaaddaroota Afrikaa 39ffaan Finfinneetti eegalame

Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Walga’iin ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa 39ffaan Finfinneetti eegalame.

Waltajjichi walta’iinsa Koomiishinii Gamtaa Afrikaa fi mootummaa Ityoophiyaatin kan qophaa’edha.

Waltajjichaan guddina biyyoota Afrikaaf haala mijataa uumuun karaa dandeessisu irratti ni mari’atu.

Dabalataan aardittiitti nageenya waaraa buusuuf ni mari’atama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.