Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin dargaggota sababa’oo magaaloota Finfinnee fi Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)-Waltajjiin dargaggota sababa’oo magaaloota Finfinnee fi Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichaan dargaggoon hayyuu magaalichaa sababa’oo ta’uun ijaarsa biyyarratti ashaaraasaanii akka ka’aanif mariin gaggeeffama jira.
Liigii dargaggotaa baadhadhinaan guutuu biyyaatti gaggeeffamaa kan jiru waltajjichi barreffamni dargaggoo Yoonaas Zawdeetin dhiyaateerrati mari’atama jira.
Waltajjicharratti dargaggoo magaalaa Finfinnee yuunvaarsitootaa fi koolleejjiwwani, hojjettoonni dhaabbilee idil addunyaa, dhaabbilee mootummaa fi miti mootummaa akkasumas dargaggoonni hedduun hirmaata jiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.