Fana: At a Speed of Life!

Waraana ABUT nurraatti labse qolachuuf jiraattoonni naannichaa deeggarsa Hunda galeessa taasiisuu qabu – Obbo Awwal Aarbaa

Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Waraana ABUT nurraatti labse qolachuuf jiraattoonni naannichaa deeggarsa Hunda galeessa taasiisuu akka qaban Preezdaantiin naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa ibsan.

Hoggantoonni olaanoon naannoo Afaar dargaggoota magaalaa Samaraa, Loogiiyaa fi Duubtii waliin haala yeroorratti mari’ataniiru.

Juuntaan biyyattii yoo nuti hin bulchine ni diigna jechuun Afaar dabalatee addoota garaagaraan gochaa badii raawwachaa jiraachuu Preezdaantiin naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa ibsaniiru.

Duula biyya diiguu garichi labse kana qolachuuf ummanni naannoo Afaar hirmaannaa barbaachisu taasiisuu akka qabu dubbataniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.