Fana: At a Speed of Life!

Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen addunyaa gara ‘olola waraanaa haaraatti fudhachaa jira’ – Turki

Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Turki Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen addunyaa gara ‘ olola waraanaa haaraatti fudhachaa jira’ jechuun akeekkachiifte.

Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen addunyaa gara ‘ olola waraanaa  haaraatti fudhachaa jira’ kan jedhan Dubbii Himaan Waajjira Preezdaantii Turkii Ibraahiim Kaaliin, dhiibbaa kana keessaa ba’uuf waggoota 10 ol kan gaafatu ta’uu ibsaniiru.

Biyyoonni dureeyyiin olaantummaa addunyaa fudhachuu fi faayidaa yeroo gabaabaa caalsiisuu isaaniin rakkoo Yuukreen daraan hammeessuu ibsaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.