Fana: At a Speed of Life!

Warshaa oomisha Talallii Paarkii Indaastirii Qiliinxootti ijaaramuuf deeggarsi Doolaara miiliyoona 30 taasiifame

Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Baankiin Addunyaa Warshaa oomisha Talallii Paarkii Indaastirii Qiliinxootti ijaarramuuf deeggarsi Doolaara miiliyoona 30 taasiseera.

Ministeerri Fayyaa dhaabbilee Idil Addunyaa oomisha Damee Qorichaaleerratti bobba’uuf fedhii qaban 20 waliin sanada waliigaltee mallatteessuu ragaan Korporeeshinii Misooma Paarkii Indaastiitiriirraa argame ni mul’isa.

Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Misooma Paarkii Indaastirii Akliiluu Taaddasaan Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa waliin haala Paarkii Indaastirii Qiliinxoo keessatti Talaalliwwan oomishamuu danda’urratti mari’atanii turan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.