Fana: At a Speed of Life!

Warshaaleen bishaanii 21 ol hojii dhaaban

Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Warshaaleen bishaanii 21 ol hojii dhaabuu ibsame.

Abbootiin qabeenyaa warshaalee bishaanii Ministeera Indaastirii, Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa, Komishinii Gumuruukaa fi Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee waliin marii gaggeessaa jiru.

Ityoophiyaa keessaa warshaaleen bishaanii 134 kan jiran yoo ta’u kanneen keessaa warshaaleen 21 sababoota garaagaraan hojii dhaabuu ibsameera.

Warshaaleen hafanis dandettii isaanii guutuun oomishaa kan hin jirre ta’uu marichaan ka’eera.

Maahileet Taklabirihaantu gabaase.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.