Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Liigii Arabaa Saa’ud Arabiyaatti gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Yaa’iin Liigii Arabaa 32ffaan Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaatti eegaluu gabaafame.

Yaa’icharratti Sooriyaan waggoota 12 booda yeroo jalqabaaf ni hirmaatti jedhameera.

Pireezidaantiin Sooriyaa Bashir Al-Asaad yaa’icharratti hirmaachuuf Jiddaa kan galan yoo ta’u, hoggantoota biyyoota miseensa liigichaan simannaan taasifameefiira.

Kana malees Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodmiir Zalaniiskiin yaa’icharratti hirmaachuuf Jiddaa galuu CGTN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.