Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Baahir Daar hoomaa Awwaannisaa ittisuuf kan oolu biifa keemikaala humna elektiriikaan biifu hojjete  

Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Yuunvarsiitii Baahir Daar hoomaa Awwaannisaa ittisuuf kan oolu biifa keemikaala humna elektiriikaan biifu hojjechuu beeksise.

Biifaa keemikaalichaa kana kan hojjetan barsiisoota elektirikaalii fi Kompiwutar saayinsiidha jedhameera.

Weerara hooma awwaannisaa Ityoophiyaatti muul’atee ittisuu kan gargaaruu ta’uu kan ibse Inistiityuutiichi Biiroo Qonnaa naannoo Amaaraatif laachuu ibseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.