Fana: At a Speed of Life!

Gulaallii dhiirootaa meetira 1500’n atileetoonni Ityoophiyaa lama walakkaa xumuraf darban

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Gulaallii dhiirootaa meetira 1500’n atileetoonni Ityoophiyaa lama walakkaa xumuraf darbaniiru.

Ramaddii lammaffaarra Saamu’eel Abbaat sadarkaa 5ffaa 3፡41.63  qabatee yoo xumuruu, ramaddii 3ffaa keessaa atileet Taaddasaa Lammii sadarkaa 2ffaa 3፡36.26  qabachuun dorgommii walakka xumuraatti makamuusaanii ragaan Federeshinii Atileetkisii Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Ramaddii tokkooffaaf dorgomee sadarkaa 9ffaa 3፡37.78 kan xumuree Atileet Saamu’eel Tafarraa walakkaa xumuraaf darbuu hin dandeenyee.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.