Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee giddugala gurgurtaa uffata aadaa Shiroomeedaa eebbisisan

Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Itti Aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala gurgurtaa uffata aadaa Shiroomeedaa eebbisisuun hojii eegalchiisan.
Giddugalichi jiraattoota magaalicha kuma 1,115 carraa hojii akka uumuu ibsameera.
Giddugalichi iddoowwan gurgurtaa 380 qaba jedhameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.