Fana: At a Speed of Life!

Aadde Daagimaawwit Mogos Inistiitiyuutii Leenjii Maariitaayimii daawwatan

Finfinnee, Fulbaana 15, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Geejibaa fi Loojistiksii Aadde Daagimaawwit Mogos Inistiitiyuutii Leenjii Maariitaayimii Ityoophiyaa daawwataniiru.

Sochii hojii inistiitiyuutichaas daawwataniiru.

Saganta daawwannichaarratti qondaaltota hojii mootummaa garaagaraa fi namoonni bebbeekamoon argamuu ragaan inistiitiyuuticharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.