Fana: At a Speed of Life!

Aadde Daagmaawiit Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Muummee Ministiraa Neezarlaandiif geessiisan

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa Aadde Daagmaawiit Mogas Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Muummee Ministiraa Neezarlaand Maark Ruuteef geessiisan.
Xaalayicha Ministira Ministeera Dhimma Alaa, Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Siigiriid Kaagiif laataniiru.
Siigiriid Kaag waliin dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti marii bu’aa qabeessa taasiisuu Aadde Daagmaawiit Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin beeksiisaniiru.
Haala waqtaawaa naannoo Tigraay, Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa, marii sadee hidha haaromsaa fi waldhabdee daangaa Ityoo – Sudaanirratti mari’achuu isaanii eeraniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.