Fana: At a Speed of Life!

Aadde Mufariyaat Kaamiil bakka bu’aa ergamaa adda Afrikaa Gamtaa Awrooppaa waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil bakka bu’aa ergamaa adda Afrikaa Gamtaa Awrooppaa Dooktar Aneetee Weebaar waliin mari’atan.
Marii isaaniin aadde Mufariyaat Kaamiil haala waqtaawaa Ityoophiyaa fi naannoorratti ibsa lataniiru.
Gamtaan Awrooppaa misoomaa Ityoophiyaaf dameewwan garaagaraatin deeggarsa taasisa jiruuf galateeffataniiru.
Dooktar Aneetee Weebaar gama isaaniin, Gamtaan Awrooppaa mootummaa Ityoophiyaa waliin hariiroo baroota dheeraa dippiloomaasii fi tumsa waloo qaban itti fufusiisuuf fedhii cimaa qabachuu ibsuusaanii ragaan Ministeera Nageenyaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.