Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Taayitichaa proojaktoota ijaarsa daandii haaraa kontiraaktaroota waliin mallatteesse

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Finfiinnee proojaktoota ijaarsa daandii haaraa kontiraaktaroota waliin mallatteesse.
Abbaan Taayitichaa baasii Birrii biiliyoona 1.2n kan raawwatamu proojaktoota ijaarsa daandii haaraa kontiraaktaroota waliin guyyaa har’aa mallatteessuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.