Fana: At a Speed of Life!

Addunyaan guyyaa dhalootaa Iyyasuus Kiristoos jalqabaa kan kabajde qormaataa fi carraa gidduu taateeti – Dooktar Abiy

Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Ayyaana Qillee bara kanaa wayita kabajnu qormaata keessa dabarree fi carraa murteessaa gara fuulduraa nu eeggatu yaadachaati jedhan Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy ergaa baga geessanii ayyaana Qillee bara 2013 dabarsaniiru.
Gadadoo duuba fayyina, ifa nageenyaa, bara bilisummaa fi jaalalaatu dhufa jedhan.
Yaa ta’uutii adeemsi isaa salphaa miti jedhan Dooktar Abiy.
Ityoophiyaan guyyaa dhaloota isaa dhaabbate dhaloota ishee guyyaa itti kabajjuudha jedhan.
Ummaanni Ityoophiyaa hundi baga guyyaa dhaloota Iyyasuus Kiristoosiin isin ga’e jedhan.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.