Fana: At a Speed of Life!

Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3 caale

Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Weerarri dhibee vaayrasii koroonaa erga muul’atee hanga ammaatti addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3 caaleera.
Hanga ammaatti namoota miiliiyoona dhibba 1 fi miiliyoona 39 fi kuma dhibba 7 fi kuma 16 fi 185 dhibichaan qabaman keessaa namoonni miiliyoonni 3 fi 243 lubbuu dhabaniiru.
Akka ragaan ‘WorldoMeetirs’ irraa argame agarsiisuutti hanga ammaatti namoonni miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 18 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 68 fi 975 dhibichaarraa dandamataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.