Fana: At a Speed of Life!

Adeemsa kaayyoo Juuntaa fashaleessuu keessatti gumaachi humna qilleessaa fi waraana lafoo olaanaa ture – Meejar Jenaraal Yiilmaa Mardaasaa

Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Ajaja Olaanaa Humna Qilleensaa FDRI Meejar Jenaraal Yiilmaa Mardaasaa adeemsa kaayyoo Juuntaa fashaleessuu keessatti gumaachi humna qilleessaa fi waraana lafoo olaanaa akka ture beeksisan.
Loojiistiiksii fi humni namaa giddugalaa gara naannichaatti wayita socho’u bakka barbaadame akka ga’an kan yaadachiisaan ajajichi, adeemsa garee badii juuntaa barbaadeessuu keessatti hoggansi olaanaan qindoominaan socho’aa akka ture ibsaniiru.
Humni qilleensaa miidhamtoota waraanaa wayitichatti yaala fooyya’aa akka argataniif hojii cimaa hojjechuu himaniiru.
Meeshaalee yaalaa fi qoricha ariitiin raayyaa ittisa biyyaaf ga’aa turuus ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.