Fana: At a Speed of Life!

Adeemsi ijaarsa biyyaa kan hin xumuramne dhaloota dhaloottatti wal harkaa fuudhiinsaan kan hojjetamudha – Mufaariyaat Kaamil

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Waltajjii fi leenjiin bakka buutootaa dhaabbiilee barnoota olaanoo, gamtaa barattootaa fi fooramii nageenyaaf ministeera nageenyaa qophaa’e xumurame.

Sagantichaarratti kan argaman Ministirri Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamil adeemsi ijaarsa biyyaa kan hin xumuramne dhaloota dhaloottatti wal harkaa fuudhiinsaan kan hojjetamudha jedhan.

Yuunivaarsiitiin bakka beekumsa itti horatanidha kan jedhan aadde Mufaariyaat, barattoonni wayita rakkinni isaan mudatu aadaan mariin furachuu horachuu akka qaban hubachiisaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.