Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ruwaandaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ruwaandaa Jeen Chaarlis Kaaraabaa waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo, naannawaa fi tumsa biyyoota lamaanii haala caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’ataniiru jedhame.
Biyyoonni lamaan yeroo itti aanu hariiroo obbolummaa magaalaa fi Finfinnee fi Kiigaalii gidduu jiru haala caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.