Fana: At a Speed of Life!

Atileet Fireewaynii Hayiluu fi Lamlam Hayiluu guulalii meetiraa 1,500 dorgoomameen xumuraaf darban

Finfinnee, Adooleessa 26,2013 (FBC)- Oloompikii Tookiyoon har’a gara barii figiichaa guulalii meetiraa 1,500 dorgoomameen Atileet  Fireewaynii Hayiluu fi Lamlam Hayiluu xumuraaf darbaniiru.

Gulaallii Meetira 1,500’tiin Fireewaynii Hayiluu fi Lamlam Hayiluu yoo miilkaa’an, Dirriibee Waltajjii xumuuraaf osoo hin gahiin hafteetti.

Ramaddii jalqabaa keessaa kan fiigdee Fireewaynii Hayiluu 5ffaan xumuuruun yoo dabartuu, Raamaddii 2ffaa keessa kan turte Lamlam Hayiluunis 5ffaan xumuruun daabarteetti.

Dorgoomichaan qoodaa kan fudhataan Siifan Hassan,Lawuura Muuri fi Feez Kiipyeegoon gahuumsa olaanaan xumuuraaf gahaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.