Fana: At a Speed of Life!

Atileet Miizaan Alam fiigicha meetira kuma 10 daqiiqaa 30 gaditti galuun injifatte

Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Atileetiin Ityoophiyaa Miizaan Alam fiigicha meetira kuma 10 daqiiqaa 30 gaditti galuun injifatteetti.

Dorgommii “Kontiinentaal Tuur” magaalaa Landanitti dorgomameen, fiigicha meetira kuma 10 dubartootaan Atileet Miizan Alam dorgommicha daqiiqaa 29fi sekondii 58fi maayikiroo sekondii 70 xumuruun seenaa hojjette jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.